| Guyyaa: Gara: Dhimma: |
Hagayaa 04, 2003 Saba Oromoo Maqaa IBSO ilaalchisee |
Bara 1999, qabsoo bilisummaa saba Oromoo jabeessuu fi cimsuuf jeccha DULO fi IBSOn waliti qindaa'anii akka qaama tokkootti maqaa Gumii Bilisummaa Oromiyaa (GBO) tiin hojjechuu calqabuun isaani kan beekkame.
Bara 2000 ennaa ULFOn dhaabbatu, miseensota IBSO kan turan gartokkeen akka IBSOtti malee akka Gumii-tti ULFO keessatti qooda hin fudhannu waan jedhaniif, qaama kana adda baasuu akka danda'amuuf, qaamni Gumiitti hafe akka IBSO-Gumii , kan didemmoo akka IBSO-1 ta'ee beekkamu waliigalame. Kanaafis Waligalteen Oromoo 2000 kan dhaaboleen Oromoo miseensa ULFO tahan jahan malateessan ragaa dha.
Haata'u malee, qaamni akka IBSO-1 ta'ee beekkamuu qabu kuni waliigaltee ULFO sana cabsee maqaa IBSO guutuutti dhimma itti bahaa jira.
Asirratti waanti sabni Oromoo akka nuuf beeku feenu:
| CC: | IFLO OLF OPLF UOPLF |
:: Oromiya Liberation Council (OLC)/GBO ::